ONM-ABO Guraandhala 2, 2024
Koreen Qeerroo Bilisummaa Oromoo milkii fi hanqinoota Labsii Lagannaa Gabaa fi Uggura Geejjibaa Marsaa 2ffaa kana ilaalchisuun har’a maree ni godhu.
Maree kanaan booda itti fufuu fi dhaabbachuu isaa haala qabatamaa hawaasa keenya madaaluun murtoo tokko qabatanii ni ba’u.
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaas ibsa Qeerroon Bilisummaa Oromoo laatu hawaasa biraan yeroon ni ga’a.
Hawaasni keenyas osoo hin burjaajofne ibsa kennamu akka eeggatu dhaammanna!
