ONM-ABO Guraandhala 6, 2024
Abiy Ahimed ABOdhaaf waanta Gimboot 7f galameen alatti waadaan addaa seenameef hin jiru. Miseensotni isaanii gartokkeen nu waliin hojjechaa jiru jedha.
Garuu akkaataa dhaabichi addaan itti qoodan, hoggantoota isaa manneen hidhaa keessa jiranii fi dirree siyaasaa dhiphisuu irratti tarkaanfii farra dimokiraasii fudhate hin dubbanne.
Dubbii isaantiinis gaarummaa paartii isaa fi adeemsa isaa jejachuun ibsa.
