• Wed. Nov 25th, 2026

Abiy Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Daayreektarri Olaanaa Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa, Tigist Hamid ammoo Daayreektarri Olaanaa Bulchiinsa Nageenya Neetwork Odeeffannoo (INSA) taasisuun muudeera

Feb 8, 2024

ONM-ABO Guraandhala 8, 2024

Mooraa bilxiginnaa keessatti barcuma jijjiiruu, aangoo irraa wal kaasuu, aangoo gadhiisuuf xalayaa galfachuun itti fufee jira.

Abiy Ahimedis carraa kanaan namoota isaaf amanamoo ta’an aangoo jajjabaatti ol baasaa jira.

Leave a Reply