• Thu. Nov 26th, 2026

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo kaleessa godina baha Wallaggaa aanaa Saasiggaa naannoo Laga Lakkuutti waraana faashistii PP irratti kaleessa Guraandhala 21 tarkaanfii fudhatee

Feb 22, 2024

ONM-ABO Guraandhala 22, 2024

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo kaleessa godina baha Wallaggaa aanaa Saasiggaa naannoo Laga Lakkuutti waraana faashistii PP irratti kaleessa Guraandhala 21 tarkaanfii fudhateen loltoota diinaa ajjeesuun 3 madeessee jira.

Baha Shaggar magaalaa Maqii ganda 01 keessatti Kibxata darbe galgala sa’a irratti milishaa PP irraa qawwee AKM 1 irraa dhuunfatee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof

Leave a Reply