• Tue. Nov 24th, 2026

Godina Gujii Bahaa aanaa Gooroo Doolaa Dilbata darbe Guraandhala 25 waraanni faashistii PP namoota nagaa 6 ajjeese

Mar 3, 2024

ONM-ABO Bitootessa 2, 2024

  1. Makuriyaa Mokonnin
  2. Kamaal Tusaa
  3. Abdallaa Gammadaa
  4. Saafayi Liiban
  5. Abdii Quubsaa
  6. Hasan Mohammed kanneen jedhamanii dha.

Leave a Reply