ONM-ABO Ebla 4,2024
Waraanni faashistii PP ammoo magaalaa Maqii ganda 01 keessatti kaleessa galgala namoota maqaan isaanii Irroo Goljee, Ayyaanoo Jaagoo, Mo’ataa Jaagoo fi obbo Jaagoo kanna jedhaman reebanii gadhiisuun barameera.