ONM-ABO Ebla 4, 2024
Tarkaanfii WBOn godina Kibba Lixa Shaggar aanaa Amayyaa bulchiinsa magaalaa Qotaa keessatti waraana faashistii PP irratti fudhateen gabaasa injifannoo ganama dhiyeessineen dabalatatti gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo qawwee AKM 30, Bireena 1 fi rasaasa dugda diinaa irraa hiikuun poolisota sirnichaa lamas booji’eera.
Injifannoon Uummata Oromoof ❗️
