Haala yeroo impayara ityophiyaa fi guyyaa gootota wareegamtoota oromoo Jedhuun
JAAL JAMAAL MIDHAGAA
JAAL KAROORSAA BOSONAA fi
JAAL JIREENYAA GUDDATAA keessummaa gochuun amma marii eegallee jirra.Platform mara irraan waan nu argattanii karaa liinkiwwaan armaan gadii seenaa caqasaa.
Zoom link 👇🏾
us02web.zoom.us/j/85741418940?…
Webinar ID: 857 4141 8940
Passcode: 193892
Telegram
👇🏾
youtube
