• Sun. May 19th, 2024

Dhangaa Torbanii Topic: Haala Yeroo Impayera Ityophiyaa fi guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo Ebla 5, 2024

Apr 3, 2024

F r i d a y, April 05, 2024. 1:00 PM. EST | 02:00 PM. Oromia time Zoom link 👇🏾 us02web.zoom.us/j/85741418940?…

Webinar ID: 857 4141 8940 Passcode: 193892
Space link 👇🏾 https://twitter.com/i/spaces/1BRKjPyMROgJw

One thought on “Dhangaa Torbanii Topic: Haala Yeroo Impayera Ityophiyaa fi guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo Ebla 5, 2024”
  1. Godina baalee lixaa Aana harannaa bulluq gandoota garaa garaa keessatti leenjii gaacha na sirna leenjiuu qabdu jedhanii diraqamaan nama gidirsaajiru itti dabaluun hojii orruu milshaa dalagaa jechuun namani hojii milishaa irra hafe akka shaneetti ilaalama jedhanii hawaasa joonjeessajiru gidiraan kun ganda akka soodduu lallaaftoo iddoo adda lallaaftoo, faara, baddeessa, qaanquraa , keessatti akkan cunqursaan hammatee kan jiru ta,uu isaati milishaan gandarra deeme nama tumu 1ffaan sulxaan Aadam .abbaa sagliiti 2ffaan maammad kadiir milishaa 3ffaan husseen qaasim jiloo milishaa yoota,an warri namati ajaju maammad Abdullahii Abbaa zooniiti

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading