ONM-ABO Ebla 13, 2024
Irree fi gaachanni uummata Oromoo waraana faashistii PP Lagannaa Gabaa fi Uggura Geejjibaa Qeerroon Bilisummaa Oromoo Ajjeechaa Jaal Battee Urgeessaa fi dhumaatii Oromoota Walloo ilaalchisuun waaman fashaleessuuf socho’aa turan Baha Wallaggaa aanota 3 keessatti mooraatti itti seenuun rasaasaan waadaa jira.
Bakkootni galgala kana rasaasa gootichaan gubachaa jiran aanaa Saasiggaa magaalaa Bareedaa, Arjoo fi aanaa Diggaa keessaa mooraa Jirma jedhamuun beekamu ta’uun barameera.
DuulaGumaaDhiigaaDhiigaan Deebisuu
Injifannoon Uummata Oromoof !
