• Tue. Nov 24th, 2026

Facebook fi Telegram’n Arraata Biyyoolessa Oromiyaa sirriin kana armaan gadii kana

Apr 14, 2024

ONM-ABO Ebla 13, 2024

Maqaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaan Facebook fi Telegram biroo jiru kan dhaabaa akka hin taane beekuun, kan amma beeksisne like, join, comment fi share walii gochuun maamila ta’aa akkasumas odeeffannoo waliin ga’a.

Miidiyaa keessan odeessa qooduufiin, hordofuun, qeequun, jabeessuu fi beeksisuun cinaa akka dhaabbattan jenna.

Itti hirmaannee hordoftoota isaa haa baay’isnu!

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Sagalee Cunqurfamtootaa

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, miidiyaa Agartuu Oromoo!
https://t.me/onm_AbO11

https://www.facebook.com/ArraataONM

Leave a Reply