• Thu. Nov 26th, 2026

Godina Qellem Wallaggaa aanaa Anfilloo magaalaa Muggiitti uummanni labsii Lagannaa Gabaa fi Uggura Geejjibaa kabajuun mana kan oolee yoo ta’u, sochiin konkolaataas hin jiru

Apr 14, 2024

DiddaaUummataa

Guyyaa1ffaa

ONM-ABO Ebla 14, 2024

Murni bilxiginnaa aanicha baajajii tokko lafa inni dhaabbatutti suuraa kaasuun karaa koomikeeshinii isaa akka sochiin geejjibaa jirutti kaasu kijiba ta’uu irra geenyee jirra.

Leave a Reply