Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa sagalee uummata Oromoo fi qabsoo bilisummaa Oromoo ta’uun hojjechuu erga eegalee bubbuleera.
Haa ta’u malee yeroo adda addaatti waanuma Arraatni hojjetu fuudhanii maqaa biroon yoo fedhan sagalee uummata isaanii ta’uu mannaa maquma Arraata Biyyoolessa Oromiyaan Facebook fi Telegram banuun hawaasa Oromoo garbummaan dararte yaadni isaa gartokkotti akka hin ititneef burjaajii yeroo uuman argina.
Kanaafuu uummanni keenya Facebook’n keenya 👇
https://www.facebook.com/share/v1Dfy44Dy8eeUMiU/?mibextid=LQQJ4d
Telegram’n keenya 👇
https://t.me/onm_AbO11 ta’uu hubattanii like, share, follow, join taasisaa! Yaadaa fi qeeqa yoo qabaattan karaa keessaa nuuf qooda.
Hojjetaan mootummaa, barataan, barsiisaa, daldalaa fi qonnaan bulaan waan guyya guyyaan argitanii fi dhageessan akkasumas dhugaa ta’een yoo nu biraan baatan osoo lafa hin buusnee fi gurra bira hin dabarsine gurra uummata bal’aan geenya.
Hawaasa bal’aa fi garbummaan dararte kanaaf miidiyaa qabsoo jabaa ta’e waliin haa uumnuuf.
Kottaa telegram keenya join godhaa, Facebook keenya like, share fi follow gochuun akka inni namoota hedduu bira ga’u taasisaan dhaamsa Oromummaa ti.
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa
Sagalee Cunqurfamtootaa ❗️


