• Thu. May 2nd, 2024

Sabboontonni Aartistoota Oromoo weelluwwan gaddaa kan aantummaa Jaal Battee Urgeessaa fi jajjabina maatii isaaf akkasumas Oromoof kennu fi gumaa isaaf kakaasu baasuun warraaqsa kanatti akka dabalamtan

Apr 14, 2024

ONM-ABO Ebla 14, 2024

Sabboontonni Aartistoota Oromoo weelluwwan gaddaa kan aantummaa Jaal Battee Urgeessaa fi jajjabina maatii isaaf akkasumas Oromoof kennu fi gumaa isaaf kakaasu baasuun warraaqsa kanatti akka dabalamtan Qeerroon Bilisummaa Oromoo waamicha dhiyeesseera.

Qeerroo Bilisummaa Oromoo irraa

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading