• Wed. Nov 25th, 2026

Godina Baha Wallaggaa aanaa Diggaa ganda Shoolloo Madda Jaalalaa keessatti gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti guyyaa har’aa waaree booda fudhateen du’aa fi madoo adabeera

Apr 20, 2024

ONM-ABO Ebla 15, 2024

Godina Baha Wallaggaa aanaa Diggaa ganda Shoolloo Madda Jaalalaa keessatti gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti guyyaa har’aa waaree booda fudhateen du’aa fi madoo adabeera.

Madoo isaanii magaalaa Arjootti geessuun yaalchifachaa turan.

Injifannoon Uummata Oromoof❗️

Leave a Reply