• Mon. Mar 16th, 2026

WBOn godina Qellem Wallaggaa aanaa Sayyoo keessatti diina du’aa fi madoon adabe

Apr 20, 2024

DuulaGumaaDhiigaaDhiigaanDeebisuu

ONM-ABO Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti kaleessa godina Qellem Wallaggaa aanaa Sayyoo ganda Abbaa Jaarraa keessatti tarkaanfii boombiin konkolaataa diinni ittiin socho’aa turte irratti fudhateen loltoota 6 ajjeesuun madoo ulfaataa 6 fi salphaa 2 taasiseera.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading