ONM-ABO Caamsaa 6,2024
Suuraalee tarkaanfii gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibba godina Booranaa aanaa Dilloo ganda Hoboq keessatti Cibraan Baddaa Daraar guyyaa kaleessaa Ebla 5 fudhate agarsiisu daawwadhaa!
WBO Jechuun Numa!
Injifannoon Uummata Oromoof ❗️











