• Tue. Nov 24th, 2026

Poolisoonni bulchiinsa magaalaa Finfinnee 5 hojii bilxiginnaa gadhiisuun badan

May 14, 2024

ONM-ABO Casmsaa 11, 2024

Kaleessa Caamsaa 10 poolisootni bulchiinsa magaalaa Finfinnee 5 kutaa bulchiinsa magaalaa Gullallee bakka addaa Muujjaa ykn Shiroo Meedaa jedhamuun waamamu irraa hojii bilxiginnaa gadhiisuun badan.

Poolisootni badan kunis maqaan isaaniis:

  1. Gargaaraa Saajiin Lalisaa Fiqaaduu
  2. Konistaabil Abdurhamaan Shariif
  3. Konistaabil Baay’isaa Bayyannee
  4. Konistaabil Ashannaafii
  5. Konistaabil Mulgeetaa kan jedhaman kanneen hojii bilxiginnaa gadhiisanii badaniiru.

Leave a Reply