Galmaaf biyya bilisaa
Ijaaruuf warra kaatu
Ganamaafi galgalaan
Hin qusatiin of laatu…
Tumsa WBO hin hafiinaa
Gonkuma irraa hin hafamuu
Yeroo fiiguu qabnutti
Hin hafiinaa, hin hafamuu!
GumaachaDuulaIrbuuShinniiggaa
Webinar link 👇🏾
Webinar ID: 882 5895 5491
Passcode: 535615

