ONM-ABO Adoolessa 1, 2024
Irree fi gaachanni uummata Oromoo Kaabaa Walloo aanaa Harxummaa Fursee ganda Hijiraa jedhamtutti tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti har’a Adoolessa 1 ganama sa’a 2:00 hanga 6:30tti fudhateen hedduu ajjeesee gariin madeessee jira.
Tarkaanfii WBOn Bobbaa Irbuu Shinniggaan irratti fudhateen madoo fi reeffa ishee konkolaataan kaafachuun barameera.
Injifannoon Uummata Oromoof !


