ONM-ABO Adoolessa 1, 2024
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Duulaa Bobbaa Irbuu Shinniggaan tarkaanfii humna waraana impaayera Itoopiyaa irratti fudhatu jabeesse itti fufuun WBOn Zooni Lixaa kaleessa Waxabajjii 30, 2024 waaree booda sa’a sagaliitti Lixa Wallaggaa aanaa Aaruu Ganda Diggoo jedhamtutti haxxee itti hidhuun baaruda ulachiise rasaasaan akaaye 6 ajjeese 7 madeessuun qawwee AKM 1 hiikkatee of duuba deebiseera.
Bobbaan_Irbuu_Shinniggaa itti fufa ❗
Injifannoon Uummata Oromoof ❗
