• Fri. Mar 13th, 2026

Humni Waloo WBO Zoonii Harsadee fi Zoonii Bahaa aanaa Fantaallee keessatti diina adabuun 2 harkaan qabe

Jul 6, 2024

ONM-ABO Waxabajjii 30, 2024

Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn Zoonii Bahaa fi Zoonii Harsadee tarkaanfii qindaa’aa waloon Bobbaa Irbuu Shinniggaan godina Baha Shaggar aanaa Fantaallee keessatti fudhaniin injifannoo cululuqaa galmeessanii jiru.

Tarkaanfii har’a ganama waraana faashistii PP humnoota adda addaan qindaa’uun WBO sakattaanaaf godina Lixa Harargee aanaa Hancaar irraa gara aanaa Fantaallee araddaa Faateetti dhufan rasaasaan akaa’ee baarudaan macheessuun hedduu ajjeesee gariin madeessuun milishoota lama qawwee waliin harkaan qabee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading