• Fri. Mar 13th, 2026

Koloneelli PP Gammachuu jedhamu tarkaanfii WBOn ona Hidhabuu Abooteetti fudhateen ajjeefame

Jul 15, 2024

ONM-ABO Adoolessa 15, 2024

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti har’a Adoolessa 15 godina Kaaba Shaggar aanaa Hidhabuu Abootee ganda Yaayyaa Halangoo keessatti fudhateen humna diina paatiroolii 1 daaraa godhee jira.

Tarkaanfii kanaanis qawwee AKM 6 hidhannoo waliin irraa hiikuun qondaala waraana Bilxiginnaa Koloneel Gammachuu jedhamu ajjeesee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading