• Tue. May 12th, 2026

Ilmaan Oromoo, Deeggartootaa fi Miseensota ABO-WBO kan Kora, marii hawaasaa Oromoo Egeree Oromiyaa fi OSFNA irratti argamtan maraaf!

Jul 16, 2024

Qophii keenya irratti hirmaachuuf marsariitii armaan gadii irratti galmaahuun:

  1. Marii Hawaasaa irratti hirmaachuuf bakka qabachuu dandeessu;
  2. Irbaata gargaarsa ABO-WBO Adoolessa 31 qophaahe waliin soorachuuf tikeeta bitachuu fi
  3. Galgala aadaa (concert) Oromoo maraaf qophaahe irratti hirmaachuuf tikeeta bitachuun, bakka qabachuuf afeeramtanii jirtu.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading