Gameessi Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti aarsaa hadhooftuu kaffalaa ture Obbo Ahimed Muussaa Aliishoo du’aan addunyaa kana irraa boqochuun beekame
ONM-ABO Adoolessa 31, 2024 Obbo Ahimed Muusaa Alishoo abbaa isaa Muussaa Alishoo fi haadha isaa Aaddee Moommoo Hossorraa irraa bara…
