Qophii Addaa ONM-ABO Adoolessa 31, 2024 Itti Dhiyaadhaa!
https://rumble.com/v596vm4-qophii-addaa-onm-abo-adoolessa-31-2024-itti-dhiyaadhaa.html
https://rumble.com/v596vm4-qophii-addaa-onm-abo-adoolessa-31-2024-itti-dhiyaadhaa.html
ONM-ABO Adoolessa 31, 2024 Muummichi ministeera Xaaliyaanii Joorjiyaa Meelooniin Kibxata kaleessaa akka jedhanitti Chaayinaan waraana Raashiyaa fi Yukireen deemaa jiru…
ONM-ABO Adoolessa 31, 2024 Humnootni waraana gabroomfataa PP imaltoota daandii deeman hundumaa kaffaltii seeraan alaa dirqisiisuun irraa fuudhaa fi konkolaachistoota…
ONM-ABO Adoolessa 31, 2024 Sirni abbaa irree Abiy Ahimed yeroo gara aangootti dhufe, qorannu malee hin hiinu namni badiisaa malees…
ONM-ABO Adoolessa 31, 2024 Waraanni dantaa murna tokkoo qofaa eeguuf Oromiyaatti bobbaafamaa jiru, badii isaan geggeessaa jiran hawaasa Oromootti ba’aa…
ONM-ABO Adoolessa 31, 2024 Ragaa qabatamaa tokko malee mana hidhaatti jumlaan guuramuu, manni irratti gubachuu, qabeenyi jalaa saamamuu, qe’ee irraa…
https://rumble.com/v595ujp-oduu-waaree-onm-abo-adoolessa-31-2024-itti-dhiyaadhaaa.html
ONM-ABO Adoolessa 31, 2024 Kibxata darbe tulluu bulchiinsa kibba Hindii Keeraalaa keessatti lafti sigigaachuun yoo xiqqaate namoonni 19 du’uu isaanii…
ONM-ABO Adoolessa 31, 2024 Hawaasa fayyaaleeyyii yoo dararre dhugumaan gaaffiin sabichaa ni laaffata, akkasumas; lola WBO’n geggeessaa jiru irraa duubatti…
ONM-ABO Adoolessa 31, 2024 Waraanni Sirna dhableessi imphaayera bututtuu Itiyoophiyaa goleewwan Oromiyaa bakkoota garaa garaa keeessatti maqaa “Waraana Bilisummaa Oromoo…