Oduu Waaree ONM-ABO Adoolessa 1, 2024 Itti Dhiyaadhaa!
https://rumble.com/v54u6d0-oduu-waaree-onm-abo-adoolessaa-1-2024-itti-dhiyaadhaa.html
https://rumble.com/v54u6d0-oduu-waaree-onm-abo-adoolessaa-1-2024-itti-dhiyaadhaa.html
ONM-ABO Adoolessa 1, 2024 Pirezidaantiin Yugaandaa Yoweerii Museeveenii fi Sudaanitti ergamaan addaa mootummaa Ameerikaa, Toomaas Perreello dhimmoota naannoo dantaa waliinii…
ONM-ABO Adoolessa 1, 2024 Sirni diimookiraasii bal’isee gaaffii siyaasaa uummata Oromoo deebisuu hin feene bilxiginnaan humnaa fi baay’ina waraanaatti amanuun…
ONM-ABO Adoolessa 1, 2024 Ergamtootni bilxiginnaa ilmaan alagootaa jala fiiguun ilmaan Oromoo kumaatamaan lakkaa’aman qe’ee fi qabeenya isaarraa buqqisanii Oromoo…
ONM-ABO Adoolessa 1, 2024 Uummanni Oromoo Kaaba Oromiyaa godina Walloo jiraatan mootummoota dhufaa darbaa impaayera Itoophiyaa leellisaniin yeroo adda addaatti…
ONM-ABO Adoolessa 1, 2024 Ajjeechaan seera hin qabne kan uummata lafa irraa balleessuu qofaaf murna bilxiginnaan karoorfamee geggeeffamaa jiru jabaatee…
ONM-ABO Adoolessa 1, 2024 Irree fi gaachanni sabaa WBO’n Bobbaa Irbuu Shinniggaa guyyaa dheengaddaa Waxabajjii 28, 2024 waloon tarkaanfii waraana…
https://rumble.com/v54t8cs-oduu-ganama-onm-abo-adoolessaa-1-2024-itti-dhiyaadhaa.html
https://rumble.com/v54ps8v--30-2024-onm-abo-.html
ONM-ABO Waxabajjii 30, 2024 Tajaajilli balaa tasaa Naayijeeriyaa akka jedhetti, Sanbata darbe kaaba Baha Naayijeeriyaa kutaa Boornoo keessatti dhohiinsa walduraa…