Godina Arsii Bahaa aanaa Martii gandoota garaagaraa keessatti hidhaa fi reebichi hawaasa nagaa irratti raawwatamu jabaatee itti fufe
ONM-ABO Adoolessa 1, 2024 Humni badee balleessaan maqaa nageenya biyyaa eegna jedhuun bobba’ee uummataan isintu WBO nu lolchiisaa jira jedhuun…
