ONM-ABO Hagayya 22, 2024
Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn Zoonii Giddu Galeessaa Itti Fufiinsa Bobbaa Irbuu Shinniigaan tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti fudhatu itti fufee jira.
Haaluma kanaan kaleessa Hagayya 21, 2024 jajjabeen WBO godina Lixa Shaggar aanaa Abuunaa Gindabarat ganda Gooroo Dhoqonuu keessatti waraana koloneel Abiy Ahimed akka baalaatti harcaasee jira.
Tarkaanfii kanaanis waraana diinaa irraa battalatti 28 irraa ajjeesee 22 madeessuun bakka irraa dhuftetti deebisee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof ❗
