• Sat. Mar 14th, 2026

WBOn Godinaa Arsii Bahaa Aanaa Zuwaay Dugdaa Keessatti Waraana Faashistii PP Du’aa fi Madoon Adabei

Aug 27, 2024

ONM-ABO Hagayya 27, 2024

Irree fi gaachanni sabaa WBOn Cibraa Jaal Nadhii Gammadaa loltoota impaayera Itoophiyaa maqaa Itti Fufiinsa Bobbaa Irbuu Shinniiggaa fashaleessina jechuun bobbaate adaba jabaa itti godhee jira.

Korommiiwwan Kibba Bahaa jajjabeen gaara Cilaaloo kaleessa Hagayya 26, 2024 waaree booda sa’a 10:46 irratti godina Arsii Bahaa aanaa Zuwaay Dugdaa ganda Hulaa Arbaa keessatti tarkaanfii laalessaa waraana weerartuu PP irratti fudhateen battalatti loltoota 22 ajjeesuun 26 madeessee jira.

Tarkaanfii kana rifachiisuun loltootni Bilxiginnaa baqattee ofirra kan deebite yoo ta’u, gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo qophiilee waraanaa hedduu irraa booji’ee jiraachuun barameera.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading