• Sat. Aug 29th, 2026

Lagannaa Gabaa fi Uggura Geejjibaa Guyyaa 1ffaa – Godina Arsii Bahaa aanaa Sirkaa

Sep 6, 2024

Guyyaa 1ffaa

Qeerroon Bilsummaa Oromoo lagannaa gabaa fi ugguraa geejjibaa labsame sababeefachuun tarkaanfii waajjiraalee PPn caasaa haaraa keessa qubsiifachuuf tattaafachaa jirtu hedduu ibiddaan barbadeessuu beeksise.

Haaluma kanaan kaleessa Fulbaana 5/2024 halkaan godina Arsii Bahaa aanaa Sirkaa gandoota 3
1. Soojjii Saadee
2. Mitaana Gaadoo
3. Mitaanaa Hindheessaa keessaa waajjiraalee jiran hunda guutummaatti ibiddaan barbadeessanii jiru.

Ittuma fufuun
Aanaa Honqooloo Waabee keessattis,
Ganda Maccituu keessaa waajjira gandichaa guutummaatti barbadeessanii jiru.

Diddaan Uummataa itti fufa❗

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading