• Mon. Jan 12th, 2026

WBOn godina Gujii Lixaa aanaa Surroo Barguddaa fi Galaana Abbayyaa keessatti diina adabe

Sep 22, 2024

ONM-ABO Fulbaana 19, 202

Irree fi gaachana uummata Oromoo kan ta’e WBOn Zoonii Kibbaa Konyaa Gujii Lixaa aanaa Surroo Barguddaa ganda Makkalaa jedhamtutti kaleessa Fulbaana 18 waraana faashistii Abiy Ahimed irratti tarkaanfii laalessaa fudhateen hedduu du’aa fi madoon adabeera .

Lola kana irratti kan rukutamte humna sakkattaa WBOf bobbaatee yoo ta’u jajjabeen WBO ari’ee mooraatti galchuun achiis mooraatti itti seenuun keessaa baasee guutummaan guutuutti dhuunfatee jira .

WBOn tarkaanfii godinicha keessatti fudhatu itti fufuun dheengadda Fulbaana 17 aanaa Galaanaa Abbayyaa bakka Gaangowwaa jedhamtutti waraana faashistii PP hedduu tikoota isaanii waliin du’aa fi madoon adabee jira.

Kaabinootni caasaa gandaa ijaarraaf bobbaate rifaatuun baqattee deebitee jirti.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading