• Wed. Sep 23rd, 2026

Humni Ittisaa Uummataa godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruu keessatti diina adabe

Sep 29, 2024

ONM-ABO Fulbaana 28, 2024

Humni Ittisa Uummataa tarkaanfii gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo waraana faashistii PP irratti fudhatuun cinatti WBO jalatti of qindeessuun tarkaanfii laalessaa injifannoo boonsaa galmeessisaa jiru fudhachaa jira.

Haaluma kanaan kaleessa Fulbaana 27, 2024 Humni Ittisa Uummataa godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Amuruu ganda Nafirootti tarkaanfii jabduu ergamtoota Abiy Ahimed irratti fudhateen injifannoo cululuqaa galmeessee jira.

Tarkaanfii kanaanis humna diinaa irraa:

qawwee AKM 15
rasaasa AKM 732 fi
Gumbii 37 dugda diinaa irraa hiikuun mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo ittiin gabbisaniiru.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗️

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading