ONM-ABO Fulbaana 29, 2024
Irree fi wonteen sabaa Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibba Bahaa Cibraan Jaal Nadhii Gammadaa risaan Gaara Cilaaloo daandii godina Arsiii Lixaa fi Bahaa wal qunnamsiisu daandii guddichaa irratti haxxee hidhuun loltootaa impaayera Itoophiyaa dhukkee nyaachisee jira.
Haaluma kanaan kaleessa Fulbaana 28, 2024 albuudotni egeree Oromiyaa warreen gatii jajjaboon lubbuu isaaanii saba isaaniif hin qusanne WBOn aanaa Muneessaa ganda Daamuu Dhimbiibbaa daandii guddichaa aanaa Heeban-Arsii fi Muunessaa wal qunnamsiistu irratti haxxee hidhuun diina Isuzu tokkoon yaatu tarkaafii haxxeen irratti fudhateen hedduu du’aa fi madoon adabuun konkolaatichas hojiin ala godhee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof ❗
