ONM-ABO Fulbaana 29,2024 Irree fi gaachanni sabaa WBOn Zoonii Kibba Bahaa Cibraa Jaal Nadhii Gammadaa diina maqaa sakkattaa WBO jedhuun bobbaatee uummata nagaa hiraarsaa turte ganama har’aa jechuun Fulbaana 29 godina Arsii Baha aanaa Muneessaa ganda Heeban-Laaqichaa iddoo addaa Shiillaa jedhamu keessatti haxxee itti hidhuun loltoota sirna nam-tokke tiksuuf dhamaatu 6 battalatti irraa ajjeessuun 12 madoon adabee gara magaalaa irraa dhuftetti deebisee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof ❗
















