Godina Qellem Wallaggaa aanaa Hawwaa Galaan keessatti kaabinoonni PP wal dhabdee keessoo isaaniitti mudateen hidhaatti wal guuraa jiraachuun beekame
ONM-ABO Fulbaana 4, 2024 Murni gabroomfataan PP “Waraana Bilisummaa Oromoo balleessineerra” guyyaa biraa ammoo “ni balleessina” jedhee osoo dhaadatuu, gootichi…
