ONM-ABO Sadaasa 27, 2024
Irree fi gaachanni sabaa WBOn Zoonii Kibba Bahaa Cibraan Hambaa Aanoolee waraana faashistii PP maqaa sakkattaa WBO jedhuun bobbaate guyyaa kaleessaa Sadaasa 26 godina Arsii Bahaa aanaa Gunaa ganda Waasee Waaqan Xeeraa jedhamu keessatti tarkaanfii haxxeen irratti fudhateen 4 battalatti irraa ajjeesuun 9 madoon adabee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof ❗

