WBO’n Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Guduruu keesssatti diina du’aa fi madoon adabuun loltoota PP’s booji’e
ONM-ABO Sadaasa 26, 2024 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBO’n tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti fudhatu jabeessee itti fufuun…
