Loltoonni Bilxiginnaa Yuunivarsiitii Jimmaa irraa barsiisotaa fi barattoota Oromoo hedduu irratti reebicha, hidhaa fi qabuun bakka buutee dhabamsiisuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himan
ONM-ABO Sadaasa 26, 2024 Koloneel Abiy Ahimed ergamtoota isaa gubbaa hanga gadiitti of jala hiriirsuun afaaniin waa’ee nagaa lallabaa ifatti…
