• Sun. Mar 15th, 2026

WBOn Warra Jaarsootti Keessatti Diina Du’aa fi Madoon Adabe

Dec 8, 2024

ONM-ABO Muddee 2, 2024

WBOn zoonii giddu gala Oromiyaa Kaaba Shaggar aanaa Warraa Jaarsoo ganda Dhahee Sillaasee keessatti tarkaanfii kaleessa Muddee 1 fudhateen waraana impayeera Itoophiyaa irraa 28 ajjeesuun 25 ol madeessee injifaannoo boonsaa diina irratti argateera.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗️

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading