ONM-ABO Muddee 16,2024 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti fudhatu itti fufuun Kaabaa Shaggar keessatti diina adabe.
Har’a Muddee 16 waaree booda toora sa’a 9:30 irratti gootichi WBO Zoonii Giddu Galeessaa Birgeedii Mul’ata Shinniiggaa fi Simbirtuu Barii waliin ta’uun aanaa Warra Jaarsoo ganda Liiban keessatti loltoota Abiy Ahimed irratti tarkaanfii laalessaa fudhataniin hedduu du’aa fi madoon adabaniiru.
Guutuu gabaasa isaan walitti deebina!
Injifannoon Uummata Oromoof!





