ONM-ABO Muddee 17, 2024
WBOn zoonii Giddu Gala Oromiyaa godina Lixa Shaggar aanaa Jalduu ganda Gooroo keessatti tarkaanfii waraana impayeera Itoophiyaa irratti Dilbata Muddee 15, 2024 fudhateen loltoota 13 irraa ajjeesuun 19 madeessee 4 jiraa harkaan qabee jira.
Gama meeshaan qawwee AKM 6 hidhannoo guutuun waliin irraa hiikee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof ❗
