Godina Lixa Wallaggaa Aanaa Qondaalaa, Begii fi Sayyoo Nooleetti hidhaa, saamicha, gubaatii manneenii fi ajjeechaan lammiilee nagaa irratti raawwatu itti fufe
ONM-ABO Sadaasa 27, 2024 Haleellaawwan meeshaalee gurguddaan deggeramuun Oromiyaa keessatti waraana faashistii PP’n adeemaa jiruun osoo hawaasni lubbuu isaa fi…
