Qophii Caayaa Dubartoota Oromoo ONM-ABO Saadaasa 27, 2024 Itti Dhiyaadhaa!
https://rumble.com/v5tn7x8-qophii-caayaa-dubartoota-oromoo-onm-abo-saadaasa-27-2024-itti-dhiyaadhaa.html
https://rumble.com/v5tn7x8-qophii-caayaa-dubartoota-oromoo-onm-abo-saadaasa-27-2024-itti-dhiyaadhaa.html
ONM-ABO Sadaasa 27, 2024 Sagantaan Nyaata Addunyaa (WFP) Kibxata kaleessaa akka jedhetti konkolaattonni isaa Jimaata darbe mooraa Zamzam Kaaba Daarfuur…
ONM-ABO Sadaasa 27, 2024 Afaan qawween doorsisanii saamichi daangaa hin qabnee fi dhiittaan mirgoota namoomaa hammaataan hidhattoota sirnichaan irratti geggeeffamaa…
ONM-ABO Sadaasa 27, 2024 Loltoonni Bilxiginnaa gama isaaniif dandaa’ame maraan uummata Oromoo hacuucuu ittuma fufuun, godina Arsii Bahaa aanaa Suudeetti…
ONM-ABO Sadaasa 27, 2024 Dhiiga ilmaan Oromoo akka bishaaniitti lolaasuu kan aadeffate waraanni Bilxiginnaa duula duguuggaa sanyii isaanii ittuma caalchisuun,…
ONM-ABO Sadaasa 27, 2024 Murni Bilxiginnaa hojii dabaa hawaasa irratti hojjechuun qorqalbii hawaasaa cabsee gadaa aangoo isaa dheereffachuu barbaadu qe’ee…
https://rumble.com/v5tlcu8-oduu-waaree-onm-abo-sadaasa-27-2024-itti-dhiyaadhaa.html
ONM-ABO Sadaasa 27, 2024 Paarlaamaan Joorjiyaa Kibxata kaleessaa filannoo pirezidaantii biyyattii Mudde 14 akka gaggeeffamuuf sagalee kenne. Walgahii kallattiin magaalaa…
ONM-ABO Sadaasa 27, 2024 Ergamtoonni Bilxiginnaa kayyoo fi akeeka qawwee baataniif illee kan hin beeknee fi leenjii waraanaa ga’aa kan…
ONM-ABO Sadaasa 27, 2024 Sirni faallaa heeraa fi seeraa akkasuma uummataa deemu gareen faashistii koloneel Abiy Ahimediin durfamu dingdee impaayerattii…