ONM-ABO Amajjii 13, 2025
Irree fi gaachanni sabaa WBOn diina yeroo dheeraa fi uummata nagaa hiraarsaa turte halkan edaa Amajjii 12 Baha Shaggar aanaa Adaamii Tulluu Giddoo Kombolchaa ganda Golbaa Alitoo keessatti mooraatti itti cabsuun loltoota PP 19 battalatti irraa ajjeesee 9 madeessuun mooricha keessaa baqachiisee baasuun injifannoo boonsaa galmeessee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof❗
