• Tue. Sep 15th, 2026

Itti Fufiinsa Duula Cichoomina Kaayyoo

Jan 13, 2025

ONM-ABO Amajjii 13, 2025

Baha Shaggar Aanaa Liiban Cuqqaalaa magaalaa Adulaalaa keessatti gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Harsadee Birgeedii Caffee Tumaa Cibraan Ereer Kormaa kaleessa Amajjii 12, 2025 halkan taarkaanfii laaleessaa mooraa diinaa magaalaa aanichaa qubattee jirtu irratti fudhateen loltoota 9 ajjeesuun 12 ammoo madoo danda’ammii hin qabneen adabee jira.

Tarkaanfiin kun ergaa fudhatameen booda waaranni maafiyaa PP magaalicha keessatti sodaa qabdu irraa kan ka’ee jiraatoota magaalichaa sakattaan raakkisaa akka turte jiraatotni magaalichaa nuuf eeranii jiru.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading