Siyaasa Haala Yeroo fi Hasawaa Jajaa Ol’aanaa ABO-WBO Jaal Marroo Dirribaa Dhangaa Torbanii Gurraandhala 28, 2025
DhangaaTorbaniiTAP-IN | Friday | February 28th ’25.12PM EST | 8PM OROMIA TIME 💯 Pro ABO-WBO/QBO at all times X-Space link:…
DhangaaTorbaniiTAP-IN | Friday | February 28th ’25.12PM EST | 8PM OROMIA TIME 💯 Pro ABO-WBO/QBO at all times X-Space link:…
ONM-ABO Gurraandhala 26, 2025 Paarlaamaan Yukireen murtii seera qabeessummaa turtii pirezidaantii Volodyamiyer Zelenskii aangoo irra jiru kan mirkaneesse yoo ta’u,…
ONM-ABO Gurraandhala 26,2025 Godina Lixa Wallaggaa aanaa Gimbii ganda Joogir bakka addaa Gaabii jedhamu irraa loltoonni Bilxiginnaa Gurraandhala 23, 2025…
ONM-ABO Gurraandhala 26, 2025 Hidhattoonni Amaaraa jibba ilmaan Oromoof qaban mul’isuuf murna Bilxiginnaan utubamanii hidhannoo guutuun hawaasa Oromoo meeshaa waraanaa…
ONM-ABO Gurraandhala 26, 2025 Ergamtoonni Bilxiginnaa akkuma argan bobbaafamuun rakkoo keessoo isaaniitti uumamuu fi amala fafummaa agarsiisaa oolaniin waliima isaaniin…
ONM-ABO Gurraandhala 26, 2025 Hospitaalli walii galaa bulchiinsa magaalaa Kamisee keessatti argamu hospitaala guddicha godina sanaa oggaa ta’u, garuu tajaajilli…
https://rumble.com/v6pg5d9-oduu-waaree-onm-abo-guraandhala-26-2025-itti-dhiyaadhaa.html
ONM- ABO Gurraandhala 26, 2025 Hoogganaan qabatamaan Siiriyaa irra deebi’anii yeroo mariin egeree biyyattii irratti banamu ce’umsa siyaasaa dimokiraatawaa ta’e…
ONM-ABO Gurraandhala 26, 2025 Aanaa Lataa Sibuu ganda Hawwaasii Giittan jedhamu keessaa Gurraandhala 23, 2025 lafa barii toora sa’a 11:00’tti…
ONM-ABO Gurraandhala 26, 2025 Gurraandhala 24, 2025 aanaa Harxummaa Fursee magaalaa Qiciicootti hidhattootni sirnichaan nama biyya ambaa jiru maqaan isaa…