• Sun. Jan 11th, 2026

Godina Iluu Abbaa Booraa Aanaa Hurrumuu keessatti waraanni Bilxiginnaa maatii gadda irra jiran hidhuun dhaga’ame 

Mar 14, 2025

ONM-ABO Bitootessa 14, 2025 

Bitootessa 10, 2025 ta’uu himuun, hirmaannaa siyaasaa dhaaba kamiiyyuu kan hin qabne ta’uu fi lafti gaddaa kabaja qabaatus murni safuu fi hooda uummataa hin beekne kun garuu abbaa irree ta’uu isaa qofaan waan barbaadan akka fedhanitti uummattoota irratti raawwachaa jiraachuus itti dabaluun ibsaniiru.

Murni Bilxiginnaa sababa gochoota badii isaatiin uummata biratti fudhatama erga dhabee kaasee sababa tokko malee hidhaa, reebicha, saamicha, fi ajjeechaa qorannoo fi gaaffii seeraa tokko malee namoota naannoo jiraatan keessatti kabajaa fi jaallatamummaa uummataa qaban irratti xiyyeeffachuun cunqursaa bifa adda addaan itti hammeessaa jira.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading