• Sat. Mar 14th, 2026

Ministeerri Dhimma Alaa Jarman Muummichi Ministeeraa Israa’el Netaaniyaahuu Daawwannaan Haangaariitti taasise seera idil-addunyaaf guyyaa gadhee jechuun ibsite 

Apr 5, 2025

ONM-ABO Ebla 4, 2025 

Ministirri Dhimma Alaa Jarman Analena Baarbol Kamisa kaleessaa daawwannaa muummichi ministeeraa Israa’el Beeniyaamin Netaaniyaahuun ajaja hidhaa ICCn kennameefii osoo jiruu Haangaariitti taasisan balaaleffataniiru.

“Kun guyyaa hamaa seera yakkaa idil-addunyaati,” jechuun Baarbok walgahii ministeerota NATO Biraasils keessatti taasisaniin dubbataniiru.

Afeerraa daawwannaa kan gooteef Hangarii miseensummaa mana murtii yakkaa idil-addunyaa keessaa ba’uuf murteessitree kam jirtu yoo ta’u, kunis Kamisa kaleessaa hogganaan Israa’el Beeniyaamin Netaaniyaahuu, ajaja hidhaa ICC jalatti osoo barbaadamu, daawwannaa kutaa biyyattiitti taasisuun wal qabatee akka ta’e  ibsameera.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading