Hiriira_Balaaleffannaa
Godina_Horroo_Guduruu_Wallaggaa #Aanaa_Abee_Dongoroo
Magaalaa_Tulluu_Waayyuu!
- Ummanni miidhaa isaa irraa ga’aa jiruu balaaleffannaa gocha jira!
- Hiriira balaaleffannaa hidhattoota faannoo PPn bobbaafamaan uummata Oromoo irratti miidhaafi ajjeechaa geessisaa jiran, Gaggeessitoota faayidaaf jedhanii ajjeechaafi saamicha uummata Oromoorraan gahaa jiruuf shira hojjetan,tarkaanfiin fudhatamuu dhabuu gama mootummaan walqabatee balaaleffatamaa jirudha jedhu jiraattonni!
- Diddaan Fala fida jabaadha.


